Tarjaalee Fayyadami
Aloolaa madda deetaa keessatti, gabatee harkistee dhiisuun gara qabee gabateetti garagalchuu dandeessa. Qaaqni Tarjaalee fayyadami jedhu foddaa lammaffaa qaaqa Gabatee garagalchijedhuuti.
Tarjaalee Dura turan
Saanduuqa tarreeffama bitaa
Dirreewwan deetaa tarreeffama keessa jiran kan gabatee garagalchite keessatti argaman tarreessa. Dirree deetaa garagalchuuf, maqaa isaa cuqaasi , fi qabduu > cuqaasi. Dirreewwan hundaa garagalchuuf, qabduu >> cuqaasi.
Saanduuqa tarreeffama mirgaa
Gabatee garagalchie keessatti dirreewwan tarreessuu barbaadde ibsa.
Qabduu
Adds or removes the selected field (> or < button) or all of the fields (<< or >> button).